Reediyoon gaafa siigalu VOA Afaan Oromoo duuteetuma eeggatta. Maaliifii waayee keetu darba, waayee siyaasa keetu darba, diinagdeefi hawaasummaa keetu darba'' jechuun yaadannoosaa BBCtti himeera.
Tajaajilli sagalee Ameerikaa (VOA) ammallee adda durummaan tajaajila raadiyoo, yeroo Waraana Addunyaa Lammaffaa olola Naazii qolachuuf hundeeffamedha. Addunyaa marattis namoota miliyoona dhibbaan ...
Hima mata duree gaazexaa Raashiyaa dhiheenya kanaa tokkoo jedheetti: "Amma qondaaltonni Ameerikaa fi Raashiyaa afaan tokko dubbataa jiru." "[Ameerikaatti] paartileen lama wal dorgoman jiru," jedha ...
Hidhattoonni oppireeshiniin irratti gaggeeffamuu eegale kunneen walitti hidhamiinsa maatii fi hariiroo aadaa jiruu fi jireenyaa Oromoo Booranaa Keeniyaa fi Itoophiyaa keessa jiraatan akka ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results